Lakkoofsi Ummataa fi Manaa yeroo lammaffa karaa Heera Mootummaa Diiguun akka dheerefamu taasifameera.

Itoophiyaatti lakkofsi ummataa fi manaa bara kana keessa gaggeeffamu qabu yeroo lammaffaaf akka dheerefamu kan taasifame murtii walgahii koree hojii raawwachiistu Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraayiin jedhameera.taasifameera. Lakkofsicha yeroo biyyaatti tasgabbii dhabde jirtu kanatti gaggeessuun rakko biraa fida jedhame waan soodatamef akka dheerefamu murta’uusa ragaaleen ESAT argate ni mul’isu Lakkofsi Ummataa fi manaa birrii Biiliyoona 3 ol ramadaeef kun Sadaasa ...

Read More »

Kara Nagaan yaada ofii ibsachun mirga jechun Itoophiyaatti Imbaasiin Amerikaa Ibsa Baaseera.

Hiriira mormii Godinaalee Oromiyaa ilaalchisun Itoophiyaatti Imbaasiin Amerikaa ibsa baaseen namni kamuu karaa nagaan yaada ofii ibsachuun mirga jedheera. United states hiriira nagaa mirga seera qabeessa yaada ofii ibsaachuu fi Siyaasa keessatti hirmaachuutti akka ilaaltu ibsa kanarra hubatameera Hirirri mormii lammiileen karaa nagaan yaada ofii ittin ibsatanii fi nagaan xummurame akkasumas humnoon nagaa kabachiisan tarkaniiffii fudhachuurra of- qusachun lammiileen yaada ...

Read More »

Qondaalli Olaanoo Komishiinii Filannoo Keeniyaa gara Amerikaatti baqatan

Qondaalli Olaanoo Koomiishinii Filannoo Keeniyaa sooda fi akeekkachiisa yeroo gara garaa irra gahuunn hojii gadhiisun gara Amerikaatti akka baqatan gabaafameera Haala qabatamaa yeroo amma Keeniyaa keessa jirun filannoo Pirezedantummaa haqa qabeessa fi iftoomna qabu gaggeessuun akka hin danda’amne qondaalli Olaanoo Komishiinii Filannoo Biyyaatti Roozaliin Akoomben beeksisaniiru. Komishiniin Filannoo Keeniyaa dhiibbaa siyaasa jala galee waan jiruuf akeekkachiisaa fi sodaachisooni adda adda ...

Read More »

Jirattoonni Magaloota Oromiyaa adda addaa hiriira nagaa bahun mootummaa sirna bittaa itoophiyaa balaleeffatan

Jiratoonni magaala Amboo, Shaashamannee, Walisoo Dambdolloo, Adaabbaa, Kofalee, akkasumas magaaloota Godinaalee Hararagee lamanii kumataman lakkawaman hiriira nagaa bahun gocha gita bittaa gabrummaa waayyaannee mormaniiru. Jiratoonni magaala Seena -qabeetti Amboo kuma hedduu ta’an dhadannoo hidhamtoonni Siyaasa Dr Maraaraa Guddinaa, Baqqalaa Garbaa, Addisuu Bullaallaa, Dajanee Xaafaa fi kan biroo yaa gadhiifaman, fi Mirgi Abbaa Biyyummaa Oromoo yaa kabajamu jedhun dhageesisaa turan. Akkasumas ...

Read More »

Dargaggoonni Oromoo 200 ol Haroo Xaanaa weraara Arama Imboocirra bararuuf imala jalaqabusanii himameera

Haroon Xaanaa waggoota heddu hawwata turiziimii ta’uun beekamu kun yeroo dhiyoo asi sababa weraara aramaa Imbaaccoo jedhamun balaa guddaaf saaxilameera. Dargaggoonni fi jirattoonni naanniicha haroo kana badiirra bararuuf tattaafacha wayita jiran kanatti dargaggoonni naannoo Oromiyaa 200 ol Xaanaan Keenya’ jechun haroo xaanaa badiirra bararuuf imala akka jalqaban himameera. Ummanni Oromoo weraara mootummaa xaaliyaanii yeroo lamanuu urufa salaalee fardaa fi miilaan ...

Read More »

Walitti bu’iinsa Horsiisee Bultoota Affaarii fi Humna Addaa naannoo Tigraay giddutti lubbuu namoota galafateera.

Walitti bu’iinsa tibbaana horsiisee bultoota naannoo Affaar fi humna addaa naannoo Tigraay gidduutti mudatee lubbuu namoota akka gaalafate himameera. Walitti bu’iinsi kun naannoo Affaar aanaa Magaalee bakka Daantii jedhamutti meeshaa waraanaan kan gargaarame ta’uusa Dhaabbanni Mirga Namoomaa Affaar ESATti himeera Walitti bu’iinsa kanas humni addaa naannoo Tigraay weraara tasaa baneen akka jalqabame dhaabbani mirga namoomaa Affaar beeksiseera. Sababa walitti bu’iinsa ...

Read More »

Haalli Siyaasa Itoophiyaa yaaddeessa waan ta’eef sanadii Ce’uumsaf gargaaru wajjiin akka Qopheessaan Dhaabbiileen Siiviik beeksisan

Dhaabbileen Siiviik dhimmaa Itoophiyaa irratti xiyyeeffachun hojjatan haalli siyaasa biyyaatti yeroo amma jiru waan isaan yaaddeesef sanadii ce’uumsaaf gargaaru wajjiin akka qopheessan beeksisan. Dhaabbiileen Siiviik kunniin fulbaana 27 fi 28 bara 2010 Amerikaa magaala Daalaasitti guyyoota lamaaf marii gaggeessan haali Siyaasa Itoophiyaa yeroo amma jiru yaaddeessadha jedhan Waltajjii marii kana wayita xumuran ibsa ijjannoo abbaa qabxii 10 baasaniin haali Itroophiyaa ...

Read More »

Afa Yaa’iin Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa aangoo isaanii gadhi dhisuuf gaaffii dhiyeessan

Afa yaa’iin mana marii bakka bu’oota ummataa obboo Abaduulaa Gammadaa fedhii isaaniitiin aangoo gadi dhiisuuf gaaffii akka dhiyeessan beeksisan. Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa gaaffii aangoo Afa yaa’uummaa gadi dhiisuu qaama mootummaa dhimmi ilaaluf akka dhiyeessan himaniiru. Gaaffiin isaanii karaa seeraan fudhatama erga argatee booda sababa aangoo gadhisuuf murteessaniif ummataatti akka himan dubbataniiru Walitti bu’iinsa daangaa Oromiyaa fi naannoo Sumaalee wajjiin ...

Read More »

Baankiin Biyyaaleessa Itoophiyaa Jijjiira birriin sharafa wajjiin qabu irratti sireeffama dhibbentaa 15 akka taasifamu beeksiseera.

Baankiin Biyyaaleessa Itoophiyaa daladala alaa jajjabeessuf jecha jijjiira birriin sharafa alaa wajjiin qabu dhibbeentaa 15n akka sireeffamu beeksiseera Daldalli alaa Itoophiyaa bara 2005 hanga 2009 gidduu ture laafaa akka ta’e Itti-aanaan Pireezdaantii baankii biyyaalessaa Doktar Yohaannis Ayyaalew miidiyaalee biyyaa keessatti himaniiru. Kanaaf immoo akka sababaatti kan dhiyaatu gatiin Oomishaalee gara gara sadarka addunyaatti dabaluusa fi sharafni Doolaarri Ameerikaa dabaluudha jedhan ...

Read More »

Baqattoonni fi koolugaltoonni Lammiilee Oromoo Keeniyaa jiran gocha seeraan alaa dhimmaa Koolugaltummaa isaanii irratti raawwatamu mormaniiru

Baqattoonni fi koolugaltoonni Oromoo gaaffiin koolugaltummaa isaanii akka ilaalamuu fi bakka itti qubatan argachuuf malanmaltummaa hojjattoota Komishiinii dhimmaa koolugaltummaa mootummoota gamtomaanii fi Wajjiira dhimmoota koolugaltoota keeniyaa guutuun akka haaldureetti dhiyaacha jira jedhan. Baqattoonni Oromoo Keeniyaa jiraatan Baqattoonni Oromoo fi Ogadeen biyyaa keessatti mirga nagaan jiraachu, haqaa , kabaja namummaa akka hin qabne toori oduu ‘Zaa Star’ jedhamu gabaaseera. Lammiileen Oromoo ...

Read More »