Ministirri Muummee Israa’el wiixata Keeniyaa daawwachuun eegalan guyyoota sadan dhufan keessatti Itoophiyaa fi Ugaandaa akka daawwatan Washington Post gabaasee jira. Daawwii isaanii Ugaandaatiin hooggantoota biyyoota Afriikaa torba waliin akka mari’atan fi marii kanaan immoo dame teeknooloojii fi Nageenyaatiin muuxanno biyyatti akka hiraniif beekameera. Gama biratiin Israa’el michuu haaraa Afriikaa imaammata ishee hin qeeqne akkasumas sadarkaa addunyaatti gama dipiloomasiitiin ishee deggeran ...
Read More »AFAAN OROMO Text
Lammiileen Itoophyaa12 fi lammiileen Ertiraa 25 seeraan ala nama daddabarsu jedhamanii shakkaman to’annoo poolisii Xaaliyaanii jala ooluu isaanii gabaasnii Rooyitar kibxata tamsaase beeksiseeraa.
Namoonni seeraan ala namoota daddabarsan jedhaman to’annoo jaa oolan kunneen yakkoota baala sammu namaa haddoochuu daddabarsuu fi maallaqa seeraan ala daddabarsuu akkasumas seeraan ala baqattoota gara Xaaliyaan galchuudhaan jedhameera. Poolosiin Xaaliyaanii ragaan lammii Ertiraa bara 2014 qabamee Xaaliyaan keessatti hidhamee irra argate irraati hunda’udhan sakkata’iinsa mana shitoo tokko irratti gaggeesseen maallaqa yuurootif doolara kuma dhibbati lakawamuu odeeffannoo adda addaa wajjin ...
Read More »NAANNOO MAGAALAA FINFINNEE TTI KAROORRI LAMMIILEE MANNEEN JIREENYAA KHEEYSAA BUQQISUU AKKA DHAABBATTU SAMAGUUN IBSA BAASE
Naannoo magaalaa Finfinnee tti lammilee qe’ee jiraanyaa irraa buqisuun akka hatattamaan dhaabbattu dhaabni mirga namaaf dhaabbte hubachiise. Qarqaara magaala Finfinnee nannoowwan akka Laaftoo fi Qarsaa kontoomaattii namoota mana jaarratanii jiraachaa turan, manneen seeran alla jaartan jechuudhan bulchiinsi magaala Finfinnee diiguu jalqabeeti jira.. Haala khanaan Gumiin mirga dhala namaa ibsaa hattamaa baasuun jiraattota hiree adda addaa argatanii manneen jaarratanii jiraachaa ilmaan ...
Read More »Federeeshinni kubbaa miilaa Itophiyaa Kaaba Ameerikaa 33ffaan biyya Kanadaa tti guyyaa Dilbtaa dabree haala oowwaan eegalame.
Federeeshinni kubbaa miilaa Itoophiyaa kaaba Ameerikaa 33ffaan magaalaa guddittii biyya Kanadaa Toroontotti eegalame. Magaalaalee biyya Kanadaa gara garaa tiifii biyya Unitid steests irraa laammiileen Itoophiyaa heddomminaan walitti dhufuun akkasumattiis biyyoota addunyaa mara kheeysaa irratti argamuun qooda irraa fudhachaati jiran. Presedaantiin Federeeshinaa obboo Geetaachoo Tasfaayee torbaan kun torbaan lammiileen itoophiyaa biyyoota gara garaa jiratan wal arganii yaada wal bahan waan taheef ...
Read More »Roobni bakkee biroo roobe galaana guddaa uumee riqicha magaalaa dirree dhawaa walitti hidhu waan caccabseef magaalaan rakkoo keessa jirti.
Magaalaa Dirree Dhawaa dhiheenya kana sababaa galaanaatiin rakkoo keessa seenaati jirti. Guyyaa kamisa dabre akka sa’aa biyyaatti guyyaarra sa’aa 7 tti gaallaanni osoo hin beekkamin rooba aanaa Laangeeyii fii Calanqo roobee magaalaa Dirree Dhawaa dhufeen kan ka’e riqichi magaalaa walitti hidhu waan diigameef jecha magaalan iddoo lamatti adda citeeteti turte.Namoonno galaana ijaan arganii vidiyoo kaasan miidyaalee gara garaa irratti maxxansati ...
Read More »Dhaabni Mirga Namaa falmu Amnesty International Mootummaan Itoophiyaa Obboo Yoonaataan Tasfaayee Raggaasaa haal duree tokko malee akka gadi dhiifamu gaafatan.
Dhaabni mirga namaa tiif falmu amnesty international obboo Yoonaataan kan yaada isaa marsaa hawaasaa Facebook dhunfaa isaa irratti maxxanseen qabamee; hidhamuu isaa ciminaan balaaleffachuun haal duree tokko malee akka gadi dhiifamu gaafatan. Ibsa Amnesty International guyyaa kaleessaa baaseen akkaataa mootummaan Itoophiyaa seera farra shoorarkeessummaa karaa badiitiin dhimma itti bahaa jirtu balaaleffachaa obboo Yoonataan bilisaan yaada dhunfaa isaa Facebook irratti waan ...
Read More »Mootummaan Kibba Suudanii ijoollee butamtee turte 100 oli bakka jiran arguu beessisan.
Baatii dabarte ijoolleen 100 olii tan hidhattoota gosa morlee tiin Itoophiyaa keessaa butaman; fayyaaf haala gaarii irra jiraachuu fii waraanni itoophiyaa daangaa Suudaan Kibbaa qaxxaamuranii Suudaan Kibbaa seenu Gaazeexaan Biluumbarg Tarminaal yaada dubbataa piresedaantii akeekuun gabaaseeti jira. BBC niis haga ammaa ijoolleen 41 argamuu gabaaseeti ture. Waraanni Itoophiyaa hayyama mootummaa Suudaan Kibbaatiin daangaa qaxxaamuranii ijoollee akka barbaadaa jiran hubachiisan. Haatahuu ...
Read More »Baqattoonni Lammiilee Itoophiyaa biyya Siwidiin jiraatan kanneen xalayaa heeraa hin argatin mootummaan Swidiin biyyatti akka galchuuf yaadaa jirtu barame
Baqattoonni Lammiilee Itoophiyaa biyya Siwidiin jiraatan akkauma biyya Noorwaayitti baqattoonni xalayaa hayyamaa hin argatin baatii Adooleysaa irraa eegalanii akka biyyatti deebifamuuf mootummaan yaadaa jirtu dura táan baqattootaa Obboo Efreem Akliiluu ibseeti jira. Mootummaan Itoophiyaa namoota baqattoota tikaaf qoratan biyya alaatti erguun hiree baqataa balleeysuun baqattoota dhugaan rakkatanii biyyrraa bahan dura akka xalayaa heeraa argatan barame. Haala kana mormuuf baqattoonni guyyaa ...
Read More »Obboo Yoonaataan Tasfaayee Raggaasaa shoorarkummaan himatame.
Mormii oromiyaa keessatti sadaasa eegalame sababa gochuun kan hidhame miseensi paartii samaayaawii obboo Yoonaataan Tasfaayee Raggaasaa yaada fii ilaalcha isaa waan sabaahimoota gara garaa irratti barreesseef shoorarkeeysummaan mana murtiitti yakkaan himatame. Obboo Yoonaataan miidiyaalee sab -qunnamtii gara garaa irratti barruulee ummata mormiif kakaasan facaasuun yaada mootummaa qeequ barreesse jechuun abbaan halangaa mana murtii tti himannaa itti dhiheesse ture. Yoonaataan nama ...
Read More »Daldaltoonni magaalaa Dasee mormii hujii dhaabuu guyyaa lamaaf taasisan.
Bakka bu’aan ESAT kan naannoo akka nuuf gabaasetti guyyoota Caamsaa 2 fii 3 guutumatti galmi daldalaa magalaa Dasee cufameeti jira. Guyyaa Roobii manneen daldalaa hagi tokko banamuu jalqabeeti ture. .Manneen dukkaanaa galma salaam tti dukkaanni 624 galma glana guddinaa dukkaanota 638 galma Laakomzaa tti dukkaanota 632 akkasuma galma miliiniyam tti dukkaanonni 562 cufamaniiti ooluunii guyyaa Roobii kalee hangi tokko hujii ...
Read More »