Federeeshinni kubbaa miilaa Itophiyaa Kaaba Ameerikaa 33ffaan biyya Kanadaa tti guyyaa Dilbtaa dabree haala oowwaan eegalame.

Federeeshinni kubbaa miilaa Itoophiyaa kaaba Ameerikaa 33ffaan magaalaa guddittii biyya Kanadaa Toroontotti eegalame. Magaalaalee biyya Kanadaa gara garaa tiifii biyya Unitid steests irraa laammiileen Itoophiyaa heddomminaan walitti dhufuun akkasumattiis biyyoota addunyaa mara kheeysaa irratti argamuun qooda irraa fudhachaati jiran.
Presedaantiin Federeeshinaa obboo Geetaachoo Tasfaayee torbaan kun torbaan lammiileen itoophiyaa biyyoota gara garaa jiratan wal arganii yaada wal bahan waan taheef qophiin tun hirmaannaa lammiileetiin akka ass geeyse haasawa baninsa irratti ibsuun hirmaannaa ummataa haala cimaan galatoomfatan.
qophiin tuni ittu torbaan tokkoof itti fufuun guyyaa Adooleysa 9 bar 2016 xumuramuuf saganteeyfamte.