Baqattoonni Lammiilee Itoophiyaa biyya Siwidiin jiraatan kanneen xalayaa heeraa hin argatin mootummaan Swidiin biyyatti akka galchuuf yaadaa jirtu barame

Baqattoonni Lammiilee Itoophiyaa biyya Siwidiin jiraatan akkauma biyya Noorwaayitti baqattoonni xalayaa hayyamaa hin argatin baatii Adooleysaa irraa eegalanii akka biyyatti deebifamuuf mootummaan yaadaa jirtu dura táan baqattootaa Obboo Efreem Akliiluu ibseeti jira.

Mootummaan Itoophiyaa namoota baqattoota tikaaf qoratan biyya alaatti erguun hiree baqataa balleeysuun baqattoota dhugaan rakkatanii biyyrraa bahan dura akka xalayaa heeraa argatan barame.
Haala kana mormuuf baqattoonni guyyaa boruu hiriira bahuuf qophaawaa jiraachuu hubachiisa