Mormiin Jirattoota Magaaloota Shawaa Lixaa wajjiin walqabatee Daldali fi Geejjibiin akkuma addaan citeetti jira.

Hogganoonni Paartii Kongiraas Federalaawa Oromoo Dr Maraaraa Guddinaa fi kan biroo manneen hidhaa waayyaannee keessatti dararamaa jiran halduree tokko malee akka gadi dhiifaman gaafachuun jirattoonni magaala Amboo, Giincii, Mogoor fi Gudaar manneen daladalaa cufaniiru. Mormii magaloota kanniin wajjiin walqabatee manneen daldalaa kan cufaman yoo ta’u, konkolattoon geejjibaa hojii dhaabaniiru Buufatalee Konkolattoota Askoo, fi Amboo dabalatee namoonni gara Wallaaggaa imalan tajaajila ...

Read More »

Konkolattoonni Ministeera Eggumsa Fayyaa Maallaqa Gargaarsa Adda Addaan Bitaman Loltoota Mootummaa namoota nagaa Ajjeessaniif tajaajila Geejjibaa kennaa jiru.

Oduu Biraan immoo, Bahaa Biyyaatti magaal Babbiillee fi harar giduu walitti bu’iinsi guddaan meeshaa waraanaan deeggarame gaggeeffama waan jiruuf lammiileen Amerikaa garaas imalan akka of-eegaan Imbaasiichi hubachiiseera. Maddi walitti bu’iinsa kanaa maal akka ta’e beekamu baatuus murtii ummataan alaa tibbaana gandoonni baay’een naannoo Oromiyaa irra kutanii naannoo Sumaaleef kennaa waan jiraniif ta’u ni mala jedhameera. Konkolatoonni Minsteera Eggumsa Fayyaa hojii ...

Read More »

Jirattoonni Magaala Amboo fi Walisoo hidhamtoonni Siyaasa akka gadidhiifaman gaafachuun mormii laguu hojii jalqabaniiru.

Jirattoonni magaala Amboo fi Walisoo Dr Maraaraa Guddinaa fi hidhamtoonni siyaasa biroo akka gadi dhiifaman gaafachuun hojii lagataniiru. jirattoota magaaloota Amboo, Walisoo, Giincii fi Gudaar Dr Maraaraa Guddinaa fi Obboo Baqqalaa Garbaa dabalatee hidhamtoonni siyaasa hundi halduree tokko malee akka gadi dhiifaman mormii laguu hojiin gaafataniiru Jirattoonni tilmaamni gibira galii guyyaa humna ol daldaltoota irratti fe’ames akka morman himameera Mormii ...

Read More »

Jirattoonni Magaala Bahaar-Daar waggaa tokkoffaa dargaggoonni 50 ol hidhatoota mootummaantin ajjeeffaman yaadataniiru

Jirattoonii magaalatti manneen daladalaa fi kuusaa cufu fi tajaajila geejjibaa addaan kutuun waggaa tokkoffaa dargaggoonni magaalaatti 50 ol loltoota mootummaantin ajjeeffaman kan yaadatanii oolaan Kantibaan Magaala Bahaar-Daar obboo Ayyanaaw Balaay fi Ajajaan Qajeelcha Pooliisii magalaatti Komandaar Walaaliiny Daanyaaw laguun akka jiru amanuun manneen daldalaa fi konkolattoota tajaajila jalqabsiisuuf yaalameera jedhan. Loltoonni Mootummaa akkuma barame jirattoota soodachiisuuf olii fi gadii figaaniis ...

Read More »

Manni Murtii Olaannoo Federaalaa Gaaffii Mirga Wabii Obboo Baqqalaa Garbaa ilaaluf ji’a tokko keessatti yeroo 6ffaaf beellame

Mannii murtii Olaanoo Federaalaa Gaaffii Mirga Wabii Obboo Baqqalaa Garbaa ilaaluf sababa adda addaan dhiyeessuun ji’a tokko keessatti yeroo 6ffaaf akka beellame himame Itti-aanaa Hogganaan Paartii Kongiraas Federalaawa Oromoo Obboo Baqqalaa Garbaa yakka idileetiin akka himataman manni Murtii olaannoo federaalaa erga murteesse torbee sadii guuteera. Yakki idilee obboo Baqqalaa Garbaa ittin himataman mirga wabii kan eyyamu waan ta’eef gaaffiin mirga ...

Read More »

Hogganaan Waldaa Hojjattoota warshaa Gogaa chaayinoota magaala Mojoo jiru miidhaa hojjattoota irran gahu waan mormaaniif hojiirra dhoorkamaniiru

Warshaan Gogaa Chaayiinootaa naannoo Oromiyaa magaala Mojootti argamu miidhaan hojjattoota irraan gahu yeroo gara yerootti dabalaa akka dhufe hojjattoonni himaniiru. Dhiittaa mirga namoomaa hojjattoota irra gahu kan mormaan hogganaan waldaa hojjattoota warshiichaa obboo Atakii’aa Iddoo hojiirra dhorkamaniiru Warshaan Gogaa kun meeshaalee of-eeggannoo hojjattootaf waan hin dhiyeessineef hojjattoonni miidhaa qaama isaanii hir’isu irra gahaa jira jedhameera. Warshaan Gogaa Chaayiinaa kun waggoota ...

Read More »

Lakkoofsi Lammiileen Itoophiyaa gargaarsi midhaan nyaataa isaan barbaachisu Miiliyoona saddeeti olii gahuun himame

Lakkoofsi lammiilee Itoophiyaa gargaarsa midhaan nyaataa isaan barbaachisu miiliyoona torbaa fi kuma dhibba saddeeti irra gara miiliyoona sadeetii fi kuma dhibba shaniitti akka ol guddate himameera Lammiileen Itoophiyaa miiliyoona 8 fi kumni dhibba shan ji’oota shanan dhufaniif gargaarsa middhaan nyaataa akka isaan barbaachisu Koomishiniin Yaaddoo Balaa fi Bulchiinsa Hojii Biyyoolessaa beeksiseera. Qorannoo Caamsaa 15 hanga Waxabajjii 15, 2009tti geggeffameen lakkofsi ...

Read More »

Hogganaan Abbaan-Taayitaa Daandiiwwanii Itoophiyaa duraanii Obbo Zaayid Waldagabri’eel malanmaltummaan shakkamanii too’annoo jala oolfaman

Abbaa-taayitaa Daandiiwwan Itoophiyaa waggoota baay’eef hogganaa kan turan Obbo Zaayid waldagabiri’eel yakka malaammaltummaatti shakkamanii too’annoo jala akka oolfaman miidiyaaleen mootummaa gabaasaniiru. Obboo Zaayid Waldagabri’eel hagganaa Abbaa Taayitaa Daandiwwaan Itoophiyaa wayita turan aanaaleen Tigraay hunda Daandii asfalittiin akka walqunnamaniif hojjachaa turun isaanii ni nyaadatama. Haaluma kanan walaghiinsi daandii Asfaaliitii naannoo Tigraay kan naannoolee biyyaatti hunda caalaa akka guddatu taasifameera. Obbo Zaayid ...

Read More »

Godina Hararagee Bahaatti Jirattoonni Aanaa Ciinaaksaan sababa daangaa dangeessu tiin mormaniiru.

Akka maddeen odeeffannoo mul’isaniitti, gandoota Aanaa ciinaaksaanii 6 naannoo Oromiyaa jalatti dangeeffamuf murteeffatan gara naannoo sumaalee jalatti akka dangeessuuf yaalama jira Qondaltooni humna waraanaa Waayyaannee fi naannoo Sumaalee jirattoota gandoota jahan naannoo Oromiyaa irra kutuun naannno sumaaleef kennuuf yaadame kanniin dubbisuu wayita dhaqan Jirattoonni Aanaa Ciinaaksaan gandaa fi baadiyaa walitti bahuun dhadannoo adda addaa dhageechiisuun mormaniiru Jirattoonni Aanaa Ciinaaksaan dhadannoo ...

Read More »

Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Yeroo hatattamaa akka Kaafamu murteesse.

Manni Marii Bakka Bu’oota Itoophiyaa walgahii Ariifachiisa taa’een labsii yeroo hatattamaa akka kaafamu murteesseera. Mootummaan Itoophiyaa mormii Ummata Oromoo mirgi abba biyyummaa akka kabajamuuf daangaa hanga daangaatti gocha ture tasgabeessuu waan dadhabeef labsii yeroo hatattamaa labsuun ni yaadatama. Mirmii Ummataa Oromoo waggaa tokkoo ol ture kun gara naannoo Amaaraatti babal’achuun Magaala Gondor , Bahiir-Daar fi Dabramarqoos akkasumas godinaalee naannichaa hunda ...

Read More »