Parlaamaa Awurrooppaatti hoggantuun garee mirga namooma Eliinaa Valensiyaanoo mootummaan Itoophiyaa Dr Maraaraa mana murtiitti kan himaatu yoo ta’ee. dhimmaa ittin himaatu ummaata beeksiisuu akka qabu hubachiisan. Gamtaan Awurrooppaa Mootummaa Itoophiyaa irratti tarkaniiffii akka fudhatuuf paarlaamaan Awurrooppaa waamicha dhiyeessee turee ammas akka hojiira ooluuchuuf gaafateera Akka hoggantuun koree mirgaa namoomaa jedhaniitti, Itoophiyaa keessatti sarbamuun mirga namoomaa fi tarkaniiffi lammiilee morman irratti ...
Read More »AFAAN OROMO Text
Wajjiira Muummee Pooliisii Federaalaatti Boombiin Argame sababa jedhun poolisoonni baay’een hidhaman
Wajjiira muummee poolisii Federaalaa kutaa qorannoo yakkaa keessatti boombiin argame sababa jedhuun pooliisonni saba Oromoo fi Amaaraa baay’een akka hidhaman. Akka maddeen ragaalee himanitti, sababni boombiin argame jedhamu kun poolisoota saba lamanii hidhuuf itti yaaddamee poolisootaa fi basastoota saba Tigraayiin kan qindeeffamee. Kutaa qorannoo yakkaa keessa meeshaan waraanaa kamuu galuu hin danda’u jedhameera. Gochi kun garuu poolisoota saba lamaanii sirna ...
Read More »Hidhamuun Dr Maraaraa Guddinaa haala siyaasa biyyaatti irra caalaa boreessuu akka danda’u Amnestii Internaashinaalbeeksiise
Hidhamuun Dr Maraaraa Guddinaa siyaasa biyyaatti yeroo amma rakkoo keessa jiru irra caalaa hammeessuu akka danda’u Amnestii Internaashinaal ibsa baaseen beeksiisera. Hogganaa paartii Kongiraasii Federalisiitii Oromoo hidhamuun, duulaa ukkamsuu mirga yaada ofii bilisaan ibsachuu irratti duulaamee akka ta’e Amnestii Internaashinaalitti, itti-aantuu itti gaafatamituun Baha Afriikaa Miicheelee Kagaarii himaniiru. Tarkaniiffiin mootummaan fudhate kun rakkoo tasgabbii biyyaatti keessa jirtu hammeessuu danda’u jechuun ...
Read More »Balaa hoongee haaraa kibbaa bahaa Itoophiyaa muudateen beelladoonni kumatamatti lakkawaman akka du’aan Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiiseera.
Balaan kun lubbuu namoota miiliyoonatti lakkawamaanii balaaf akka saaxilee dhaabbatich beeksiisera. Balaa hoongee naannichaa muudateen horsiise bultoonni baay’een beelladoonni isaanii akka jala hin duunee soodachuun gurguura akka jiran Dhaabbanni Qonna Addunyaa ykn FAO gabaasa dhimmaa kana ilaalchisuun baaseen beeksiisera Jirattoonni naannichaa qabeenya beelladoota isaanii gabaaf wayita dhiyyeessaan qaama irraa bitu waan dhabaniif beelladoonni du’a jiru jedheera. Yeroo ammaa hongee bara ...
Read More »UNESCOn sirna Gadaa Galmee Hambaa Addunyaa irratti galmeessee
Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti, dhaabbanni Barnoota, Sayiinsii fi Aadaa Addunyaa yookan UNESCOn Sirnaa Gadaa Ummataa Oromoo waggoota hedduuf kara dimokratawaan dhaloota gara dhalootaatti darbaa dhufee galmee hambaa addunyaa irratti galmeessee UNESCO walgahii 11ffaa tibbaana magaalaa Finfinneetti ta’een, sirnaa gadaa ummanni oromoo garaa aadaatiin ittiin bulaa turee fi dagaginaa dimokraasii yeroo amma addunyaan irra geesseef ka’uumsa ta’ee kana galmee hambaa addunyaa irratti ...
Read More »Ji’oota kurnaan darbee qofa lammiilee Itoophiyaa kuma 90 dhiyaatan gara Yamaniitti akka baqatan komishiniin Koluugaltoota Mootummoota Gamtoomanii beeksiise.
Yaman waraanaa keessa waan jirtuuf haali nageenya lammiilee Itophiyaa gara biyyaatti baqataan akka isaa yaaddesse dhaabbatich beeksissera. Bara darbees yeroo wal fakkatuutti lammileen Itoophiyaa kuma 70 caalaan gara Yamanatti baqatanii akka turee dhaabbatich beeksiisera. Yeroo waraanni biyyaatti furmaata hin arganneetti lammiileen Itoophiyaa Kumatamaatti lakkawaaman baqachaa akka jiran dhaabbatich himeera. Bifuma walfakkattun ji’oota 10 darban lammiilee Sumaliiyaa kuma17 gara Yamanitti akka ...
Read More »Abbootiin Qabeenya biyyaa alaa kan Itoophiyaa wajjiin walqixa liqii akka argataniif imaammanni liqii akka irra deebi’ee sirreeffamuu himameera
Boordiin Invastmantii Minsitira muummeettin hogganamuu murtii dhiyeenya kana baankiin misoomaa Itoophiyaa murtessee diiguun dureeyyoonni invastimantii Abaaboo, kuduraa fi mudura irraatti bobba’an dureeyyota biyyaa keessa wajjiin walqixa liqii akka aragatniif murteessuusa miidiyaaleen biyyaa keessa gabasaniiru Qajeelfamin baankiin misoomaa Itoophiyaa duraanii abbooti qabeenya biyyaa alaa hojii invastimantii irratti bobba’uuf barbaadan baasii inavastimantichaa dhibbentaa 50 akka ofi danda’an kan murteessuu turee. Qajeelfamni mootummaan ...
Read More »Omishaalee Kaampaniiwwaan waayyanneetti fayyadamuu dhiisuu ammas cimee itti fufeera.
Ummanni Amaaraa tarkaniifii omishaalee kampaaniiwwaan fi qabeenya waayyaanneetti hin fayyadamnu jedhee jalqabee cimsee itti fufeera. kun immoo qabeenyaa waayyaannee akka malee miidhaa jedhame Ummannii Amaaraa magaaloota gurguddoo naannichaa keessa jiraatu qabeenya waayyaannee kan akka Biiraa Daashiin , Biiraa Raayyaa , Simintoo Masaboo fi Baasii salaamiitti fayyadamuu dhiisuun ijaannoo isaa cimseera Baasiin salaam jedhamuu tajaajila geejjibaa biroo irratti miidhaa qaqqabsiisuun damee ...
Read More »Pirezidaantiin Paartii Koongirasii Feedaraaliistii Oromoo doktor Maraaraa Guddinaa wayyaaneen qabamanii hidhaman
Guyyaa dheengadaa galgala kan mootummaa wayyaanetin qabamanii hidhamani Doktor Mararaa Guddinaa qabeenyii isaanii umnaa tikaa mootumichaatin akkaa samamee , doktoor mararaadhaaf maatii isaanii irraatis miidhan qama akka gahee beekameera. Pirezidaantiin Paartii Koongirasii Feedaraaliistii Oromoo doktor Maraaraa Guddinaa afeeraa Parlaamaa Awurrooppaatiin Beeljiyam Biraasalsitti waa’ee haala qabinsa mirgaa namoomaa yeroo ammaa Itoophiyaan keessa jiru ilaalichisuun miseensoota paarlaamaa Auwurrooppaa wajjiin tibbana waan maryataniif ...
Read More »Waaraqsi Biyyooleessaa Itoophiyaa Siwudiinnitti walgahii ta’ee kara milka’een xumuramuu beeksiise.
Waaraqsi Biyyooleessa Itoophiyaa dhiyeenya kana paartiilee Afuriin hundeeffame walgahii biyyaa Siwudiin magaalaa Stokolmiitti deeggartoota wajjiin gadhee haala milka’een akka xumuramee beeksiise. Walgahii kanarratti hogganaan Arbanyooch Ginboot Sabaattii Profesaar Birhaanuu Naggaa, hogganaa Adda Dimokirasummaa Oromoo Obboo Leencoo Lataa fi hogganaan Paartii Ummata Affaar Doktoor Koontee Musaa aragamaniiru. Siwudiniitti qindeessaan Waarqisa biyyooleessa obboo Zalaallee Tsaggaa-Sillaassee kaayyoo walgahichaa ibsaniiru Profesaarii Birhaanuu Naggaa Paartiilee ...
Read More »