AFAAN OROMO Text

Dhiibbaan hawaasa addunyaa Gamtaa waraqsa biyyooleessaa itoophiyaa hundeessuuf bu’uura akka ta’e himameera.

Mormiin ummaata sirna mootummaa abbaa irree waayyaannee hogganamuu jalatti hin bulu jechuun guutu biyyaatti jalaqabamee fi dhiibbaan hawaasa addunyaa Gamtaa waarqasa biyyooleessaa hundeessuf bu’uura akka ta’ee Gamtaan kun beeksiisera. Miseensoonni koree hojii raawwachistuu Gamtaa waarqasa biyyooleessaa paartiilee siyaasa afuriin dilbata darbee hundeeffamee kana gaaffii fi deebii Televizhiinii ESAT wajjiin taasisaniin akka himanitti, Gamtan ammaa hundeeffamee kun bu’aa mormii cimaa ummanni ...

Read More »

Magaalaa bahaardaariitti dargaggoonni magaalaatti boombii dhoosuu isaanii dhaga’ameera.

Magaalaa bahaardaariitti sababa labsii yeroo hatattamaa wajjin walqabateen hidhaa jirattootaa fi daldalttoota irra gahaa jiruu mormuun dargaggoonni magaalaatti boombii dhoosuu isaanii dhaga’ameera. dargaggoonni tarkaniifii kana kan fudhatan ganda 03 naannoo oddoo mana jireenya hogganttoa paartiichaa obboo Galaataa fi Obboo silaashii jedhamuutti. balaa dhoowinsi boombii kana qaqqabsiis waan beekamu hin jiru. oduu biraan immoo magaalaa xiis abbaayiitti moormii ummataa hogganaa kan ...

Read More »

Hoggantoonni warqaasa biyyooleessa Itoophiyaa guyyaa jimaata ibsaa akka kennan beeksiisaniiru

Hoggantoonni warqaasa biyyooleessa Itoophiyaa dhiyeenya kana dhaabbilee siyaasa afruriin hundeeffamee guyyaa jimaata ibsaa akka kennan beeksiisaniiru. Hoggantoonni kunniin ibsaa kennu kan barbaadaaniif gamtaan isaanii dhimmoota gara fulduraatti irratti xiyyeeffatee hojjachuuf karoorfatee ibsuuf. Ibsaa kilaabii pirees waashingtan diisiitti wadhakaa guyyaa irraa jalqabee kennamuu kana irratti hoggantoonni Addaa Dimokraasii Oromoo Obboo leencoo Lataa fi Doktoor Diimaa Nagawoo, Dura Ta’aan Paartii biyyooleessa Affaar ...

Read More »

Mormii Ummaataa cimaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessatti jalqaamee sochii invastimantii alaa irratti rakkoo guddaa qaqqabsiisa akka jiru himaameera.

Mormii Ummaataa cimaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessatti jalqaamee sochii invastimantii alaa irratti rakkoo guddaa qaqqabsiisa akka jiru himaameera. abbootin qabeenya biyyoota alaa kanan booda qabeenya isaa gara Itophiyaatti fidaanii hojii Invastmantii irratti bobba’uuf akka rakkatan dhaabbanni gorsaa balaa ganfaa Afriikaatti hojjatuu beeksiiseera. Abbootiin qabeenyaa haaroofti gara Itoophiyaa deemaanii hojii invastimantii irrattii bobba’uuf akka rakkatan beeksiisera. kan kanan duraa hojii ...

Read More »

Minisirri muummee Itoophiyaa Obbaa H/Maariyaam Dassaleeny mootummaan isaanii mootummaa Gibtsii wajjiin ta’uun dhaabbilee farreen misoomaa biyyaa gibtsii itoophiyaa Unkuraa jiraan addaan baasaa akka jiru himaniiruu.

Minisirri muummee Itoophiyaa Obbaa H/Maariyaam Dassaleeny mootummaan isaanii mootummaa Gibtsii wajjiin ta’uun dhaabbilee farreen misoomaa biyyaa gibtsii itoophiyaa Unkuraa jiraan addaan baasaa akka jiru himaniiruu. Gaaffiilee miseensoonni mana maree bakka bu’oota ummataa gaafataniif deebii kan kennan obbo H/Maariyaam, Itoophiyyaan mootummaa Gibtsiitiif gaaffii sirrii ta’ee dhiyeestee jirti. Mootummaan Gibtsiis humnoonni kun too’aannoo isaanii jala akka hin taane akka itti himan beeksisaaniiru ...

Read More »

Loltoonni fii namoonni uffata sivilii uffatan maqaa komaand postiitiin jiraattota rakkisaati jiran.

looltoonni fi namoonni uffata siviilii uffaatanii komandi poostii mootummaa itoophyaa jalaatti akka hundeeffaman dubbattan aanaalee gara gara keessatti daandii irratti namoota dhaabaanii sakkata’uunii fi abbootii Qabeenya soodachiisuun qabeenya isaanii irraa saamaa akka jiran ragaalee iddoo adda addaatti nu gahan mirkaaneessaniiruu. Bakka Aleelituu jedhamuutti poolisoon miseensota koomandi poostiitti jedhanii boorsaa ishee akka irra fudhatan dubartiin tokkoo himaniiru. kana malees Gojjaam lixaa ...

Read More »

Kaabineen haaroofni gaaffiilee haqaa, dimokraasii, fi eenyummaa ummanni naannoo Oromiyaa fi Amaaraa gaafateef deebii kan kennu akka hin taane himameera

kaabineen haaroofti minstiir muummee Itoophiyaa obboo H/Maariyaam Dassaaleeny kibixaata darbee hundeessan gaaffiilee haqaa, dimokraasii, fi eenyummaa ummanni naannoo Oromiyaa fi Amaaraa gaafateef deebii kan kennu akka hin taane himameera. Qondaltoota mootummaa waggoota dheeraadhaf aangoo irra turaniif bakka jijjiruun taayitaa kennuu maalee gaaffiilee ummanni naannoo lamaan yeroo dheeraaf gaaffachaa tureef deebii kennuuf tarkaanifii tokkolee akka hin fudhatamiin qamoolee gara gara waabeffachuuf ...

Read More »

Filannoon mootummaa Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru jijjiirama buuraa fiduu akka hin dandeenye beekkameera.

Dhiheessaa obbo H/maariyaam Dassaalanyiin muudamni mana maree bakka bu’oota ummataa keessatti gaggeeffamaa jiru rakkoolee qabatamaan Itoophiyaa keessatti mul’achaa jiraniif furmaata homaatuu fiduu akka hin dandeenye ibsameera. Muudamaaa fi ragaasifama kaabinoota haarawaa obbo H / maariyaam Dassaalany qindeessan kanaan wal qabatee yaada isaanii kan kennan paartileen siyaasaa biyya keessa socho’aa jiran,wanti amma Addibilisummaa Tigraay (tplf) gochaa jiru kun haarawaa miti, waanuma ...

Read More »

Fincila ummataa Qabbaneessuuf, H/maariyaam Dassaalany kaabinoota haarawa muudaniiru.

Kaabinoota 30’n muudaman keessaa sagal kanneen duraan turaniifii taayituma irra jiraniin kan itti fufan yommuu ta’u namoonni digdamii tokko immoo haarawaa akkasumas yeroo garagaraatti sadarkaa ministeerummaatin hojjechaa kan turan ta’uu obbo H/maariyaam Dassaalany mana maree bakka bu’oota ummataaf beeksisaniiru. Haala Kanaan duraa keessatti muudama aangoo itti aanaa muummicha ministeeraa fi gorsaa muummicha ministeeraa jedhamuun geggeeffamaa tureen eddoon qabame guutummaan guututti ...

Read More »

Ihadeg labsii yeroo hatatamaa hojii irra oolaa jiru akka dhaabuu yoonkaan akka fooyyessuuf dhaabbanni Hiwumaan Raayits waach gaafate.

Labsiin yeroo hatatamaa mootummaan wayyaannee seera cabsuun hojii irra oolchaa jiru iftoomina kana hin qabnee fi dhiitta mirga dhala namaa hammaaf akka kakaasu Himaan raayits waach beeksiseraa. Labsiin yeroo hatatamaa amma labsamee jiru kun, lammiillee biyyattii mootummaa sana morman irratti ji’a jahaaf akka isaan mirga dubbachuu isaanii hin fayyadamne godha kan jedhee hiwumaan raayits waach, Loltonni biyyattiif aangoo guutuu kennuun ...

Read More »