AFAAN OROMO Text

Itoophiyaa looltoota baay’ee daangaa Sudaan kibbaa irra qubachiistee

Itoophiyaa naannoo Gambeellaa keessaa loltoota baay’ee qubachiisuu ishee Barruun Jeneraal Aviyeeshiin jedhamu gabaaseera. Walitti bu’insa dhiyeenya kana sudaan kibbaa keessatti umaammee wajjin walqabatee Itoophiyaan loltoota ishee daangaa biyyaatti wajjiin ittiin waldangeesitu irra qubachiisuuf dirqamuu ishee barruun kun gabaaseera. Mootummaan Itoophiyaa garee riphee loltoota Reek Machaar wajjiin waliigaltee dhabuun naannichaatti tasgabbiin akkan hin jiranneef sababa ta’uu akka maluu qamooleen adda addaa ...

Read More »

Balaa Godina Geede’oo keessatti qaqqabeef kan ittti gaafatamu mootummaa Itoophiyaa akka ta’ee dhaltoonni saba Geede’oo Biyyoota Alaa jiran beeksiisan

Godina Geede’ootti balaa walitti bu’insaatiin qaqqaabeef itti gaafatamummaa fudhachuu kan qabu mootummaa Itoophiyaa akka ta’ee dhalattoonni saba Geede’oo biyyoota gara garaa keessa jirataan himan. Ibsa garaa waldaa isaaniitiin kennan akka jedhanitti, lubbuu namaa darbee fi qabeenya manca’eef gaddi guddaan itti dhaga’meera. Sabni Geediiyoo sabaa fi sablamoota godinicha keessa jiraatan kan biroo wajjiin rakkoo tokkolee akka hin qabne waldaan kun beeksiiseera. ...

Read More »

Ministirri Dhimmaa Alaa Biriteen, mirga lammiilee biyyaattii kabachiisuuf waada galan dhugomsuu akka qaban paartiin Leebaar waamicha dhiyeesseera.

Haala yeroo Obboo Andargachoo Tsigee ilaalchiisee Paartiin Leebaar ibsa baaseen, ministirri dhimma alaa haaraa muudaman Boriis Jonsaan dhimmaa kanaaf xiyyeeffaannoo addaa kennen akka hordofaniif duuli mallattoo deegarsaa walitti qabuu akka jalqaban beeksiiseera. Ji’oota sadeen darban obboo Andargachoon maatii fi qaama dhimmi ilaalatuun akka hin daawwatamne dhoorkamuu isaanii paartiich beeksiisera. Minsteerri dhimmaa alaa tarkaniiffi hatattaama fudhachuu akka qaban paaritich gaafateera. Ministirri ...

Read More »

Fayyaan Doktoor Fiqiruu Maaruu Yaaddeessaa akka ta’e Siwudiin beeksiisifte

Lamummaa Siwudiin kan qaban Doktoor Fiqiruu Maaruu tajaajila waldhansaa Onnee irraatti bobba’uuf gara Itophiyaa kan galan. Waggaa sadiin dura immoo malanmaltummaan shakkamuun hidhaman. Mannii murtii Federaalaa Doktoor Fiqiruu Maaruu waggaa 4 fi ji’a 8 itti murteesseera. Doktoor Fiqiruun yeroo hidhaa itti murta’ee irra caalaa waan xumuraniif akkasumas amalaa gaarii waan qabaniif ji’a kana keessa ni hiikamu jedhamee eegama akka ture ...

Read More »

Hidhamtoonni 38 mana hidhaa Qilinxootti Abiddi akka ka’u taassisan jedhamanii himataman.

Abbaan Alangaa federaalaa Hidhamtoota mana hidhaa qilinxoo keessatti hidhamanii jiran 38 manni hidhichaa abiddaan akka gubatu taassisan jechuun mana murtiitti himateera. Abbaan Alangaa Federaalaa hidhamtoonni kunniin ji’a Amajjii bara 2008 jalqabee ergama ABO, Ginboot 7 fi Al- Shabaab fudhachuu, raawwachuu fi akkasumas hidhamtoota mana hidhaa qilinxoo keessa jiran gurmeessuun yakka uumuuf odeeffannoo wal jijjiiran jechuun himatan. haa ta’u malee, hidhamtoonni ...

Read More »

Siibiilli Ijaarsa manneen kondominiyeemii sagantaa 40/60 jedhamuuf bitame konkolattotaa wajjin akka bade himame.

Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti, Interpiraayiziin Misoomaa Manneen Qusannoo siibiilli ijaarsa manneen sagantaa 40/60 jedhuuf bite konkolaattota Siinoo Tiiraakii 15nitti fe’amee ture akka bade gabaafameera. Ijaarsa manneen Kondominiyeemii sagantaa 40/60 jedhamuuf siibiilli birrii miliyoona baay’een bitame mana kuusaa Muummee Interpirayiziichaa Aqaaqiitti argamutti kan kuufamu ture. Siibilli ijaarsa manneen Interpirayizichi ijaarsisuuf akka ooluuf bitame kun hangi isaa kan hin beekamne yoo ta’u, konkolattota ...

Read More »

Manni maree Naannoo Amaaraa mormiin uummataa naannichatti jalqabame farreen nageenyaa akka kakaasan beeksiise.

Manni maree naannoo Amaaraa maddi ka’umsa mormii uummataa naannichatti jalqabe rakkoo bulchiinsa gaarii fi farreen nageenyaati jechuun kaabinoota haaraa muuduun xumure. Miseensota kaabinee pirizedaantii naannichaa Gaadduu Andargachootiin dhiyaatan 22 keessaa 10 kan durumaa turan yoo ta’an, 12 immoo haaraadha jedhameera. Manni marii naannichaas muudama kabinoota kanniinii raggassiseera. Hoggantoota Biiroolee haaraa 12 keessaa jaha yunivarsitiiwwan naannicha keessatti argamanitti barsiisaa kan turan ...

Read More »

Paayileetiin Biyya Ingliizii Daangaa Itoophiyaa keessatti bakka buuteen isaa dhabamee ture magaalaa Gaambeellaatti argame.

Mooriis Kiriik jaarsa waggaa 71 yoo ta’an ,xiyyaara akka bara faranjootaatti 1940n keessa hojjatameen waldorgommii Xiyyaarota umurii dheeraa qabaniin dorgomuuf biyyaa bahan. Waldorgommii balala’iinsa xiyyaaraa biyyoota 10 qaxxaamuru kanaan, Sudaan irraa gara Gaambeellaatti balali’aa osoo jiranii bakka buuteen isaanii dhabame. Mooriis Kiriik rakkoo teeknikaatiin waldorgommicha akka addaan kutan itti himamee ture. Isaan garuu harka hin kennadhu jechuun akeekkachiisa kennameef diduun ...

Read More »

Guddinni Diinagdee Itoophiyaa laafaa waan jiruuf dubartoonni baay’een balaa dallaalota karaa seeraan alaatiin namoota nannessaniif saaxilamaa akka jiran Rooyitaris gabaaseera.

At least 8.2 million Ethiopians are in need of food aid, the government says, as the country braces for the effects of the El Niño weather phenomenon. An inter-agency assessment, led by the government, conducted in September 2015, identified 3.6 million people in need of food assistance â in addition to 4.55 million from the previous month. Plan International Ethiopia ...

Read More »