Waarraqsi Dimookraasummaa Ummattoota Kibba Ityoophiyaa Filannoo marsaa lammaffaan Obbo Shifarraaw Shugguxee dura taa’aammaan filateera

Koreen hojii raawwachiistuu Waarraqsa Dimokirasummaa Ummattoota Kibbaa Itoophiyaa ibsa adda addaa walfaalleesu baasaa turn obbo Shifarraaw Shugguxee duraa ta’aa obbo Siraaj Fageessaa immo itti-aanaa dura taa’aammaan filachun beeksiseera Waarraqsichi kan dura obbo Siraaj Fageessaa dura taa’aa gochun akka filate toora Feesbuukii isaan beeksisee ture Gochi filannoo dura taa’aa waarraqsichaa waliin dhahuu kun tasgabbiin siyaasa akka hin jire mul’isa jedhameera Ragaaleen ...

Read More »

Dhaabbanni Dimokirasummaa Ummata Oromoo Doktor Abiyi Ahimad Dura Taa’aa Dhaabbatichaa gochun muudeera.

Koreen Giddugaleessaa Dhaabbata Dimokirasummaa Ummata Oromoo Dr.Abiy Ahmad dura taa’aa obbo Lammaa Magarsaan immoo itti -aanaa dura taa’aa dhaabbatichaa gochun muudeera Muudamni haaraa hirmaannaa fi fayyadamummaa Ummata Oromoo fi biyyaatti mirkaneessuuf yaadametti jedhameera Akkasumas sadarkaa qabsoon dhaabbatichaa fi Ummata Oromoo yeroo amma irra gahe gara sadarkaa ol’aanatti ceesisuuf jecha ramaddiin sireeffama hoggansaa taasifamuusa himameera Hoggantoonni muudaman kunniin fedhii fi dantaa ...

Read More »

Birgadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo fi Birgadeer Jeneraal Asaminaaw Tsiggee mana hidhaatti gadhiifaman

Birgadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo fi Birgadeer Jeneraal Asaminaaw Tsiggee dabalatee hidhamtoonni biroo Injinaar Mangistuu Abbaabaa , Koloneel Abarraa Asaffaa, Koloneel Salamoon Ashaagiree , Kumaalaa Mokonnoon Warquu, Kumaalaa Masakaraa Kaasaa fi Kumaala Misgaanaaw Tasammaa mana hidhaatti gadhiifamaniiru Gaafa Roobii immo mana hidhaatti rasasaan kan rukutame Koloneel Damisaaw Antanaah fi Koloneel Alamuu Geetinaat fi kan biroo gadhiifamaniiru Birgadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo fi ...

Read More »

“Taphni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay dhumeef jira” jechun miseensi Kongiraas Amerikaa Bulchiinsa Kaalforniiyaa Daanaa Roor himan

Mormii Ummataa wajjiin walqabatee bulchiinsi mootummaa waayyaannee dadhabaa fi burkutaa’aa akka jiru ragaaleen baay’een mul’isaa jiru Mootummaan Itoophiyaa waayyaanneen hogganamu sagalee ummataa ukkamsuuf tarkaniiffii humna fiudhateen lammiileen baay’een yoo ajjeeffaman kuma hedduutti kan lakkawaman immo hidhamaniiru Bulchiinsichi tarkaniiffii humna heddu fudhatus mormiin ummataa cimee itti fufun ministiira muummee Hayilamariyaam Dassalaany hanga aangoo sobaarra kaasuutti gaheera Waayyaanneen fedhii aangoorra turuuf qabduun ...

Read More »

Manni Murtii Ijipt himatamtoota 21 du’aan akka adabaman murteesse

Manni murtii Ijipti himatamtoota 21 buufata poolisii magaala Damaayiitaa qarqara galanaatti argamtuu fi ujumoo boba’aarratti yakka shorokeessummaa raawwatan jedhamanii himataman du’aan akka adabaman itti murteesseera. Himatamtoota manni murtichaa du’aa akka adabaman itti murteesseee 21 tokko keessa 16 bakka hin jireetti akka itti murta’ee himameera. Manni murtichaa himatamtoota biroo 4 hidhaa waggaa 25 akkasumas sadii immoo hidhaa waggaa 15 akka adabaman ...

Read More »

Fedhiin Ummata Itoophiyaa mootummaa Abbaa Irree tokkoorra gara mootummaa Abbaa Irree biraatti ce’uu akka hin taane Hogganaan Arbanyooch Ginboot sabbaat Porofesaar Birhaanuu Naggaa himan

Hogganaan Arbanyooch Ginboot Sabbaat Porofesaar Birhaanuu Naggaa erga dabarsaniin mootummaan waayyaannee arara biyyaaleessaaf fedhii akka hin qabne labsii yeroo hatattaama labsuun mul’iseera jedhan Labsiin yeroo hatattamaa mootummaa waayyaannee labse fudhatama kan hin qabneefi akka tarkaaniiffii mootummaa humnaan foqolchuutti ilaalamu akka qabu himan Fedhiin Ummata Itoophiyaa mootummaa abbaa irree tokkoorra gara kan biraatti ce’uu akka hin taane Professaar Birhaanuun beeksisan Kanaafuu ...

Read More »

Hidhamtoonni Siyaasaa himaannaan isaanii addaan citee dhiifaman gadhiifamu jedhaman muraasni akka gadi hin dhiifamne himame .

Namoota Mormii Jirattoota Gondor wajjiin walqabatee hidhaman keessa Koloneel Dammaqaa Zawwuduu dabalatee kan biroo muraasni himaannaan isaanii addaan citee gadhiifamaniiru Himaannaan Abbootii Amantaa (Monoksoota)Gadaamiin Waaldibbaa akka hin diigamnee fi qabiyyeen gadaamiichaa tuqamuu hin qabu jechun mormaa turan addan cituus hanga amma mana hidhaatti gadi hin dhiifamne Akkasumas Birgadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo fi Birgadeer Jeneraal Asaaminaaw Tsiggee dabalatee miseensoonni raayyaa ittisa ...

Read More »

Naannoo Amaaraatti Mormiin Laguu gabaa fi mana ooluu guyyaa lammaaffaa itti fufe ooleera

Mormii laguu gabaa fi mana ooluu naannoo Amaaraatti labsameen magaaloonni guyyaa jalqabaa hin hirmaannee hunda hirmachiisun guyyaa lammaffaaf cimee itti fufe ooleera mormiin kun magaala Gondoritti cimee akka itti fufe yoo ta’u magaala Bahaar-Daariittiis manneen daldala baay’een cufamanii akka oolaan beekameera Magaloota Dabaarq, Daabaat, Ambagiyoorgiis Bagaadaabiyee fi kan biroo keessatti moriin laguu gabaa fi mana ooluu gaggeeffama jiraachu ragaaleen mul’isaniiru ...

Read More »

Godina Guraagee magaala Walqixxeetti mormiin jalqabame guyyaa torbaffaaf itti fufeera

Jirattoonni magaala Walqixxee mormii erga jalqabanii torbaan tokko ta’eera . Magaalan Walqixxee daladalaa fi sochii adda addaan beekamtu mormiin ummataa kanan waan jirattoonni keessa baqatan fakkattee ooltee jirti Guyyoota laman darban manneen daladala tokko tokko banamanii yoo ta’u, kibxataa ganamaa jalqabee akka cufaman ragaaleen mul’isaniiru Jirattoonni magaala Walqixxee labsii yeroo hatattamaa erga labsamee boodaas mormii isaanii itti fufun manneen daladala ...

Read More »

Manni marii Ministeerootaa Labsii Yeroo Hatattama Labse

Ministeerri Muummee obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny fedhiin aangoo gadhiisuuf xalayaa galfachuu isaanii wajjin walqabatee haalli siyaasa biyyattii kallattii biraa qabachaa akka jiru mallattoon adda addaa mul’isaa jiru. Manni marii ministeerotaa labsii yeroo hatattamaa guraan dhala 9 bara 2010 jalqabee yeroo hin beekamneef hojiirra ooluu labseera. Labsii yeroo hatattamaa kanaan Raayyaan Ittisa biyyaa karaa Komaand Poostii jedhamuun itti gaafatamummaa fudhachuun akka bobba’u ...

Read More »